Wednesday, November 13, 2019

Bilbila keenya akkamitti haaromsu (Factory Reset) godhu dandeenya?

Bilbila keenya akkamitti haaromsu (Factory Reset) godhu dandeenya?
Akkaataan moobayila keenya ittti haaromsinu bifa lama jira.
  1.  Haaromsa qindaa'ina (setting) mobaayiila keenya keessan godhamuu.
  2.  Haaromsa cimaa (hard reset)  jedhama.
·        Haaromsi isa tokkoffaa tartiiba armaan gaditiin fayyadamuu dandeenya.


HUBACHIISA:- haaromsi kun kan fayyadu dandayu bilbila sirna dalaga (operating system(OS) ) isaani android tahef.


      Moobayila keenya erga banne booda gara qindaa'ina(setting) moobayila keenya seenna, bilbilli gara gara waan jiruuf tartiiba itti aanuf gara General Management kan jedhu seenun Reset kan  jedhu irratti tuqaa. tartiiba suura armaan gadiitti kanname kanan bilbila keenya haaromsu ni dandeenya.   


                 Setting → General Management Reset Factory data Reset






Tartiiba armaan olii kanname factory reset erga tuqne booda akeekachiisa(warning) yoo nuti kuusa moobayila(phone storage) keenya haquu akka barbannu nu gaafate booda iggita(password,pattern yookan PIN) moobayila keenya itti galchuun bilbila keenya haaromsu ni dandeenya.

Bilbila gosa adda addaati jira bifa fooyya'insa isaaniitin(android version).
bilbila keenya haaromsuuf tartiiba arman gaadi kanas fayyadamu ni dandeenya. 
 Settingbackup and resetfactory resetReset

HUBACHIISA :-  Yeroo bilbila keenya haaromsinu faayila fi galmee kuusa(Google accounts, installed app, music, pictures, videos and all other user data) bilbila keenya kessa qabnu hunda akka balleyfamu beeku qabna.



No comments:

Post a Comment

SAMMUU ILMA NAMAA

SAMMUU  Sammuun maali? Sammuu maaltu miidha? Eegumsa sammuuf godhamuu qabu maali? s ammuu jechuun qaama akka jiddu ...